Akkaataa wuduu'aa
(afaan oromoo)
Hojii qabatamaa kan akkaataa wuduu'a itti godhatan tarkaan fi tarkaanfiin ibsu, Baay'ee barbaachisaadha; Sababni isaas Wuduu'in ulaagaa salaanni sirrii ta'ee argamuu waan ta'eef jecha.
-
Preparation
اللجنة العلمية برئاسة الشؤون الدينية بالمسجد الحرام والمسجد النبوي